La traduction en oromo - Ghâlî Abâbûr

Traduction des sens du Noble Coran

Traduit par Ghâlî Abâbûr Abâghûnâ.

QR Code https://quran.islamcontent.com/fr/oromo_ababor

قُلۡ هُوَ ٱللَّهُ أَحَدٌ

Jedhi: "Inni Allaah (gabbaramaa dhugaa) tokkicha. [1]

[1] sadarkaa suuraa tanaa keessatti hadiisa abiisaiid alkhudrii kan bukaariin odeesse keessatti Nabiin s.a.w. "Rabbii lubbuun tiyya harka isaa keessa jirtuun kakadhee isiin 1/3 tokko sadaffaa qur'aanaatti qixxaatti" jedhe.
Jedhi: "Inni Allaah (gabbaramaa dhugaa) tokkicha. [1]

ٱللَّهُ ٱلصَّمَدُ

Allaahn hirkoo waa hundaati.

Allaahn hirkoo waa hundaati.

لَمۡ يَلِدۡ وَلَمۡ يُولَدۡ

Hin dhalle hin dhalannes.

Hin dhalle hin dhalannes.

وَلَمۡ يَكُن لَّهُۥ كُفُوًا أَحَدُۢ

Hiriyaan tokkoos isaaf hin taane.”

Hiriyaan tokkoos isaaf hin taane.”